Waaqni, akka Oromoon amanutti, kan samii fi lafa uume fi kan hundaa ol ta'e.

Maqaa

Afaan Oromoo keessatti, Waaqni maqaa baayyee qaba. Isaanis:

Amaloota Waaqaa

Waaqeffannaa fi Ilaalcha Waaqaa

Warri Waaqeffattootaa ilaalcha Waaqaaf qaban mammaksa kanaan ibsatu "Waaq humna malee bifa hin qabu". Waaqeffattoonni Waaqni akka waan qaama qaqqabatamu qabuutti ilaaluu hin yaalan, sababiinsaas uumamni Inni uume kana ijaan argamuu fi qaqqabatamu hundi kan Waaqa mullisan waan ta'eef. Waaqeffattoonnii fi Qaalluu ykn Qaallittii baayyee jaallatamoo dha; keessaahuu geggeessitoonni garmalee waan nama jaalataniif waan jaalalli mataansaa nama ta'ee dhufe fakkaata.

Mammaaksa

Wabii

Kanas ilaali

Liinkii alaa