Template:Infobox medical condition
Leeshimaayisiisii akkasumas leeshiimaani'oosii jedhamee kan katabammuu dhuukuuba prootoozoowaamaxanttuukan sanyii"Leeshiimaaniiyaa" fii kan hiida tiitiisa ciirachaa biffa muuraasatiin dhuufu dha.[1] Dhuukkuubichii haaloola guguudoo 3 :Kuutaaniiyasii,muukookuutaaniiyeesii, yookiin Leeshiimaasiisii viisseeraalii tiin dhufa.[1] Inii bifa kuutaaniiyasii alseerii googaa yeroo fidduu,muukookuutaaniiyeesii alseerrii googaa, affaanii, fi funyaani, fi inni viisseeraalii alseerii googaadhaan jalqabee, bodda irrati ho'aa qaammaa, hir'inaa seeloota dhigaa, guddina esspileenii fi tiiruu fiida.[1][2]
Faalamnii, namootaa kan dhuufuu sanyii "Leeshiimaaniiyaa" goosa 20 tiin dha.[1] Dhiibaan ballaa wantoota akka hiiyuumaa, hir'iina nyaattaa,ciirama dagalaa, fi guddina magaalootaa fidduu danda'a.[1] Qoorannaan kana fakkatan hundinnuu maxantoota maaykiirooskoopii jala ilaaluun goodhamuu danda'a.[1] Dabalataan, dhuukuubnii viiseeriyaali qoorannaa dhigaattiin goodhamuu danda'a.[2]
Leeshiimaayisiisiin saaphanaa fara ilbisootaatiin waal'aanamee jala rafuun ittiifammuu danda'a.[1] Tarkaafiileen tamsaa dhuukuubicha itttisuuf barbachisan faraa ilboosotaan fayadammun tisiisota ciiraachaa ajjeesuufi namoota faalaman wal'aanuun dha.[1] Waal'aansii wabbaadammuu kan muurteesamuu, bakka dhuukuubichi umammee fi gosa "Leeyishimiiniyaa" fi goosa faalamichaa irrati.[1] Qoorichootaa dhuukuubicha furuuf fayadamuu danda'aan keesa Lipoosoomaalii Amroofooteeriisiiniin isa tokkodaha,[3] Makkaa peentaavaaleettii anttiimooniiyaaliisiinfipaaroomoomyiisiinii,[3]fiimiilteefoosiinee.[4]Dhuukuuba kuutaaneeyeesii, paaroomaaysiinii,filuukoonaazoolii, yookiin peentaamiidiineeyookiin buu'aa qabeesa.[5]
Namootnnii gara miiliiyoona 12 ta'aan[6]biyoolee 98 kessatii faalamanniiruu.[2] Dhiimoonii du'aa haarraa gara miiliiyoona 2[2] fi gidduu kuuma 20 fi 50 bara baraan muul'ata. [1][7] Namootni hama milliyoona 200 ta'aan: Eshiiyyaa,Kiibbaa fi giidduu gala Ameerriikkaa, fi Awuurooppaa Kiibbaa naanoolee dhuukuubiichii barammaa ta'eetii jiraatan keesa jirraatuu.[2][8] Buufatnnii fayyaa aduunyaa qoorichoolee tookkoo tookkoo irratti gatti gadii'aanaa argateera.[2] Dhuukuubichii binneensoota biiraa kan akka sarootafi binneensoota xiixiiqaa irrattii argamuu danda'a.[1]
- ↑ 1.00 1.01 1.02 1.03 1.04 1.05 1.06 1.07 1.08 1.09 1.10 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii
saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin
jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1
gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama.
Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin
gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof
nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko
tokkorrammoo turuu danda’a.
Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee
adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii
harka keessaa qabu.
1. Dhiphina/muddama sammuu (stress)
2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression)
3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee
sammuu keessa jiraachuu.
4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu
5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu.
AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA?
Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha
mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana
keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa
balleessu.
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo
xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa
dhangalaasuutti geessa.
2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation)
fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu
gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii
hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo
qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira
deeman illee qabachuu danda’an.
3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee
sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa
dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi
qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara.
Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.
4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti
yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee
bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.
5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan
haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.
6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin
godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa.
Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa
deema.
7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa
deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi
xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka
dhangala’u waan taasisuuf.
Fayyaan faaya
Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu
Faayidaa Timiraa
Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu
Mallattolee Dadhabuu Onnee
Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa
Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya?
Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa
Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii
Faayidaa Jinjibilli Qabu
- ↑ 2.0 2.1 2.2 2.3 2.4 2.5 Barrett, MP; Croft, SL (2012). "Management of trypanosomiasis and leishmaniasis.". British medical bulletin 104: 175–96. PMC 3530408. PMID 23137768. doi:10.1093/bmb/lds031.
- ↑ 3.0 3.1 Sundar, S; Chakravarty, J (Jan 2013). "Leishmaniasis: an update of current pharmacotherapy.". Expert opinion on pharmacotherapy 14 (1): 53–63. PMID 23256501. doi:10.1517/14656566.2013.755515.
- ↑ Dorlo, TP; Balasegaram, M; Beijnen, JH; de Vries, PJ (Nov 2012). "Miltefosine: a review of its pharmacology and therapeutic efficacy in the treatment of leishmaniasis.". The Journal of antimicrobial chemotherapy 67 (11): 2576–97. PMID 22833634. doi:10.1093/jac/dks275.
- ↑ Minodier, P; Parola, P (May 2007). "Cutaneous leishmaniasis treatment.". Travel medicine and infectious disease 5 (3): 150–8. PMID 17448941. doi:10.1016/j.tmaid.2006.09.004.
- ↑ Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii
saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin
jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1
gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama.
Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin
gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof
nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko
tokkorrammoo turuu danda’a.
Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee
adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii
harka keessaa qabu.
1. Dhiphina/muddama sammuu (stress)
2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression)
3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee
sammuu keessa jiraachuu.
4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu
5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu.
AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA?
Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha
mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana
keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa
balleessu.
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo
xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa
dhangalaasuutti geessa.
2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation)
fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu
gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii
hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo
qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira
deeman illee qabachuu danda’an.
3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee
sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa
dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi
qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara.
Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.
4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti
yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee
bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.
5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan
haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.
6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin
godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa.
Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa
deema.
7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa
deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi
xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka
dhangala’u waan taasisuuf.
Fayyaan faaya
Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu
Faayidaa Timiraa
Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu
Mallattolee Dadhabuu Onnee
Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa
Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya?
Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa
Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii
Faayidaa Jinjibilli Qabu
- ↑ Lozano, R (Dec 15, 2012). "Global and regional mortality from 235 causes of death for 20 age groups in 1990 and 2010: a systematic analysis for the Global Burden of Disease Study 2010.". Lancet 380 (9859): 2095–128. PMID 23245604. doi:10.1016/S0140-6736(12)61728-0.
- ↑ Ejazi, SA; Ali, N (Jan 2013). "Developments in diagnosis and treatment of visceral leishmaniasis during the last decade and future prospects.". Expert review of anti-infective therapy 11 (1): 79–98. PMID 23428104. doi:10.1586/eri.12.148.