Jechamni gosa afoolaa ta'ee jecha ergaawwan dachaa fi cimoo dabarsuudha. Jechamni ergaa akeekkachiisuu, dheekkamuu, kakaasuu, barsiisuu fi iccitiin dabarfachuuf ni tajaajila. Jechama keessatti jechoonni gubbaa ifa yoo ibsaman keessatti immoo dhoksaan hubatamu.[1]
Safuu Oromoo keessaa tokko maqaa kabajaan nama waamuudha. Jechamni armaan gadii akka maqaa kabajaatti fayyadu.
Jechamoota maqaa fardaa
Jechamoota maqaa erga fuudhaan/heerumanii
Jechamoota maqaa erga horanii