Connective tissue kan jedhamu kunii gossa qoqqodama tissue afuurenni kessa tokko dha, kan hafaan sadeen immo epithelial, muscle, fi nervous tissue. Tissuen hunda yokan bayeen qoqqodama kana jalatti argaman:

Dhigaa, cartilage, fi Lafeen yeroo bayee connective tissue jedhamani bekkamu, garuu tissue birra qoqqodama kana kessatti argaman irra adda waan ta'aniif, maqaa "connective tissue proper" jedhamun sadeen kuni kan biraa irra gargari bafamu. Qoqqodama embryonic connective tissue kessattille garagarummati jiraa; fuula kana irratti qoqqodami kuni akka qoqqodama sadaffa fi qoqqodama kophat barrefame argama.

Qoqqodama

Connective tissue proper

Connective tissue proper

Specialized connective tissues

Specialized connective tissues

Embryonic connective tissues

Gossa Fibersii

Gossi fibersii kaneen:

Rakoo (disorders) connective tissue

Rakoon connective tissue gargara bekkamanira; kunii immo kan dhalotaan dhufuu yokan kan environment (alla) dhufuu danda'u dha.

Staining of connective tissue

For microscopic viewing, the majority of the connective tissue staining techniques color tissue fibers in contrasting shades. Collagen may be differentially stained by any of the following techniques:

See also